Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 17:16 - KITAABA WAAQA

16 Jara keetiitini d'ufeeni jennaani fayyisu dad'abani.

Gade chapit la Kopi




Matayo 17:16
7 Referans Kwoze  

Anini jara kanketiini, keesaa baasa jennaani dad'abani.


Jabeenna maqa isati namicha naafa kana fayyise. Waan isani argitani d'ageettani kana jabeenna maqa isaatiini tolchani. D'ugefacha inni Yeso d'ugefateti namicha kana isani durati fayyise.


waan jed'eeni, Aabbo, gurba kiyyaa nahi, inni gagabdu qaba, guddo isa garagalchiti. Hojja ch'ufa ibida keesati jiga yokhaani bisaani keesati jiga.


Yesoni waan jed'eeni, Ee, worra d'ugefacha inqamne, ka woma imbeenne, haga yoomi anini isani woliini tau male? Haga yoomi obsa? Garana natiini koota.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite