Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 17:1 - KITAABA WAAQA

1 Eegi guyya jaa Yesoni Petrofi Yohanafi oboleesa isaa Yakobo yaame, gaara d'eera toko koba korsiise.

Gade chapit la Kopi




Matayo 17:1
10 Referans Kwoze  

Inni Petrofi ilmaani Zebedayo lamaani guure. Lalefachafi naasuuni isa dabsatte,


Yesoni nama ch'ufa ufi jala rare, Petrofi Yakobofi Yohana oboleesa Yakobo male.


Nu qonqo tana ta gubba gadi buutu d'ageenne, gaafa nu isa woliini gaara qulqullo gubba jirru.


Marooni sadeeso ta anini imaltu gara keesani d'ufu tana. Kajellaani ch'ufti d'uga lama sadi qabaachu malte, akuma t'aafiini jettu.


Mana geennaani inni nama ch'ufa seenu d'owe, Petrofi Yakobofi Yohanafi abbaafi haad'a intala male.


Worra durati jijirame, fuuli isaa aka adu ifse, woyaani isaa aka ifsa adaatte.


Ato inni gaara Ejersa jed'ani gubba tau, ka Mana Waaqa moga suni jiru, Petrofi Yohanafi Yakobofi Andareani kobati isa gaafatani.


Wonti akanatiifi nu odu duri ta woma keesa injirre gula, aka Aabbo Yeso Kristoni jabeennaani d'ufu, isaniti inhimne. Iluma teennaani guddinna isaa agarre!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite