Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 16:8 - KITAABA WAAQA

8 Yesoni waan kana beennaani waan jed'eeni, D'ugefachaani teesani waan diqo. Maafi hasooftani, Nu qit'a inqamnu jettani?

Gade chapit la Kopi




Matayo 16:8
9 Referans Kwoze  

Yo Waaqi buuyo arra jirtu ta bori ibidati gatani akana uyise, inni hagasi ira isani inuyisu? D'ugefachaani teesani waan diqoo!


Hojuma suni Yesoni harka diriirfate isa qabe waan jed'eeni, D'ugefachaani tante diqo! Maafi sodaatte?


Eegi suni, Yesoni jara kud'ani tokoti mullate, ato worri sagale nyaatu. Inni worraani lole waan worri d'ugefacha d'abe, nama eegi inni duisa keesaa kae isa arge, worrati hime d'ugefachu dideefi.


Jennaani Yesoni waan worraani jed'e, Maafi akana sodaattani? D'ugefachaani teesani waan diqo. Jennaani Yesoni kae, bubbeefi galaana ch'allisiise, wonti ch'ufti qabanoofte.


Anini ijoolle isile d'ae fit'a, duuba gumiini ch'ufti aka anini heregafi garaa nama ch'ufa ilaalu baratti. Ammalle anini isanii ch'ufa, huji teesani gula, woi isani kenna.


Waan tokole dandaani Waaqa ind'ossani. Wonti lafa keesa jira ch'ufti ila isaa dura jirti; isa durati waan keenna ch'ufa himachu malle.


Ammatana aka ati waan ch'ufa beetu nu la hubanne; waan nami wo si gaafatuufi inqabdu. Waan kanaafi aka atini gara Waaqaati d'ufte d'ugefanna.


Jennaani jari isaa woliini hasae waan jed'e, Nu qit'aani ind'umne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite