Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 15:9 - KITAABA WAAQA

9 Ufuma na yaamatani, wonti akanatiifi barsiisa ufi keesa seera nama aka seera Waaqa barsiisani jed'e.

Gade chapit la Kopi




Matayo 15:9
24 Referans Kwoze  

Aabbo Waaqi waan jed'u, worri kunini afaanini na sosobe si kad'anna nani jed'a, ammo garaani isaani gara kiyya injiru. Aadaani worraa woma nami ufiini ga baase tolfatu, ka namu mataani barate.


D'araani na guddisani; wonti akanatiifi seera nama aka dubbi Waaqa barsiisani.


Odu duritiifi maqa heddu ka ababoota, Lakisa jed'iini; wonti kunini wolmormiti ch'allaani d'ufti; fed'i Waaqa ta d'ugefacha ch'allaani beekhani inguutu.


odu Yahuditiifi seera nama d'ugaa dide iraa d'ufu lakisu.


Barsiisaani d'ibiini ta qajeeltu intahiini, d'uga ira isani ingorsiini. Guddo dansa yo eebiti Waaqa garaa nu jabeesite, fulla seera sagale gula yaani ira; wonti akanatiifi worri seera kana gula yau qarqaarsa tokole ira inarganne.


Isii, ati daalle? Aka d'ugefachaani, huji dansa tolchani male, woma imbaanne barachu feeta?


Daudini qara waan jed'e, Anini maanifi hori namicha kana lafa aloo tana keesati qorqorti isaati ufi gaargalcha? Wonti isaa tokoleeni ka ira hatani injirtu, galati inni namaa galchu kana?


Waan anini isaniini tolcha jed'e ch'ufa tolcha: Waan tokole iti indarina, yokhaani inhanqisiina.


Maqa kiyya ufumaa ind'aini, wonti akanatiifi anini, AABBO Waaqi kanke, nama ufumaa maqa kiyya d'au wollaala iti mura.


Duuba anini ufuma waan hamtu tolchu dide qulqulloomaani taa?


yokhaani gaandidule ira injiru. Wonti inni tahu tokoleeni woma keesa injirtu; inni beese wolti tuula, ammo nama eege d'ufe fud'atu imbeekhu.


Ato aka feetani hojattanile hujiini teesani woma isanii imbaatu; wonti akanatiifi mukhaafi oobruuni teesani woma tokole isanii imbaaftu.


gaa rgali anini isanitini d'ufu kana: d'ukuba haguma jiru infayyineefi qand'o ila isani d'owarte jireenna keesani balleesitu. Mid'aani infach'aafatani ammo inyaatani, wonti akanatiifi nyaapa keesaniti isani dabsate keesaa isani baase, ufii nyaata.


Anini Yohanani, nama dubbi fagiisa ta kitaaba kana keesa jirtu d'agaye ch'ufa gorsa: yo nami waan d'ibi iti dare, Waaqi gaargala kitaaba kana keesati t'aafani nama suniti dara.


Woni isani jettani, Hujiini nu Waaqaa hojannu woma nuu imbaatu. Maal nuu baati, yo waan Waaqi fed'u tolchine, yokhaani ch'eera keenna AABBO Waaqa Gudda garsiimne?


Odu Dansa suniini baafamtani, yo jabeesitani, yo ufumaa d'ugefattani male.


Jennaani Yesoni biyya ufiti yaame waan jed'eeni, Ch'aqasa, hubad'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite