Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 15:6 - KITAABA WAAQA

6 inni waan abba ufi saalfatuufi inqabu jettani. Tanaafi maro aada teesanitiifi yayu seera Waaqa ch'absitani.

Gade chapit la Kopi




Matayo 15:6
12 Referans Kwoze  

Ammo yo nami fiit'a ufi inqorqoranne, keesuma abbaafi haad'a isaa, inni ya d'ugefacha lakise, jara ind'ugefannele ingahu.


Isani akami, Nuu wo beena seera AABBO Waaqale inqamna jettani? Ka ufuftu worri wo t'aafu dubbi seera garagalche balleese.


Isani akasi dubbi Waaqa maro aada teesanitiifi lakiftani, ammalle waan akana kana heddu tolchitani.


Ee AABBO Waaqa, biyyiti Seera kanke ch'absuu jirti, hojaani atini worra woi tolchitu ya geete.


Yo niitiini Kristiana nad'eeni d'iirsa inqamne worra ufi keesaa qabaatte, isumaani ha qorqorattu, gumi ingaargalchiini, aka nad'eeni d'iirsa inqamne ta kobaa jirtu qarqaarttu.


Nu d'ugefachaani Seera balleesina re? Hiyyo, akasiiniti! Seera jabeesina.


Gumiini tiyya maro beekha Waaqaa inqamneefi ya badde. Isani qaalole, waan isani na diddani barsiisa tiyyale diddanifi, anini isani dide ilmaani teesanile qaalole tiyya tahu d'owa.


Waan nyaapi kiyya dubbi tante guutu diduufi anini dallane aka ibida bobae.


Ammo isani waan jettani, Yo nami abbaafi haad'a ufitiini, waan sila nara argattani yayu Waaqaa kennani jed'e,


Isani kiyyibdoole! Isayani d'uga dubbate, gaafa waan keesani fage!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite