Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 15:3 - KITAABA WAAQA

3 Yesoni waan worraani jed'e, Isani maafi aada teesani gula yaatani akasiini seera Waaqa ch'absitani?

Gade chapit la Kopi




Matayo 15:3
8 Referans Kwoze  

Seeri kunini d'uguma waan qalbi qabu fakaata, yoyu irreeni malaika kad'ad'a, ufi diqeesa, nafa keesani garagalcha jed'u, Ammo dandae d'araa nafa nama ind'owu.


Eegad'a, aka nami tokoleeni qalbi nama ta woma imbaaneeni isani insomne. Qalbiini suni waan nami wolbarsiisufi waan herega lafaa iraa d'ufti, Kristo ira ind'uftu.


Isani akasi dubbi Waaqa maro aada teesanitiifi lakiftani, ammalle waan akana kana heddu tolchitani.


odu Yahuditiifi seera nama d'ugaa dide iraa d'ufu lakisu.


Jari kanke maafi aada jaarole ch'absa? Hojja sagale nyaatu harka ind'iqatu.


Waaqi waan jed'e, Abbaafi haad'a tanteti saalfad'u; nama abbaafi haad'a ufi arabsu ha ijeesani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite