Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 14:10 - KITAABA WAAQA

10 Jennaani nama mana hid'aansati erge, Mata Yohana iraa kuta jed'e.

Gade chapit la Kopi




Matayo 14:10
12 Referans Kwoze  

Ammo waan anini isaniini jed'u, Eliyaani arra kale ind'ufiini, ammo nami isa imbeenne; tanaafi waan fed'ani isa tolchani. Akasuma Ilmi Namaleeni harka worrati gaargala.


Yo worri d'aamsa ufi hobaafate, bineensi boola qile keesaa gadi bahu worra had'a. Dabsateti ijeesa,


Herodeni waan jed'e, Anini Yohana yayu mata iraa kute, ammo nami anini waan isaa akana d'agayu kuni eennu? Duuba Yeso argu fed'e.


Ammo waan anini isaniini jed'u, Eliyaani qaraa d'ufe, waan fed'ani isa tolchani, akuma t'aafiini jettu.


Ato anini isani gaargalchele, wonti sunini woma isanii imbaane. Isani wollaala keesani iraa deebiu diddani. Isani ya akuma nyeench'a dallane, raagoota teesani hobaaftani.


Ammo gumiini sunini ergattu Waaqa goyeesite, dubbi isaa tufate, raagoota isaleti tabate, duuba eege AABBO Waaqi gumi suniti dallane, namu dallansu suni jalaa bahu dad'abe.


Herodeni lalefate, ammo maro kakhu isaatiifi ammalle maro keessuma isaatiifi, Kennaafi jed'e.


Mata isaa qori gubba kayani intalati kennani, isiini gara haad'a geesite.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite