Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 13:57 - KITAABA WAAQA

57 Duuba isa quufu didani jennaani Yesoni waan worraani jed'e, Fulla ch'ufati raaga guddisani, ollafi worra isaa keesa male.

Gade chapit la Kopi




Matayo 13:57
19 Referans Kwoze  

Wonti akanatiifi Yesoni qara waan jed'e, Raagi lafa ufi keesati ulfinna inqabu.


Ayaana nama diqole na ind'arefanne.


Ammalle inni waan jed'eeni, D'uguma waan anini isaniini jed'u, Raagi lafa ufi keesati d'ugefatani injiru.


Ammo Yesoni aka jari isaa waan kana gungumu akanumati beennaani waan worraani jed'e, Dubbini tuni isani rifachiifti?


Isa tufatani didani, inni gaargalaafi d'ukubsachale obse. Nami isa ilaalu injiru, nuleeni isa tufanne womatu indarre.


Worri waan jed'e, Namichi kunini Yeso, ilma Yusufu, ka nu abbaafi haad'a isaa beennuuniti? Inni akami ammatana, Anini gubbaa gadi d'ufe ufiini jed'a?


Ayyaana nama na imormanne.


Waaqi qulqullooni Israeli, ka worra baasu, waan nama tufatani, ka gochiti ch'ufti jibbite hayyooti hojattu tolfateeni jed'u: Hayyooti si agarte, si dura kaate, sii saalfati; ilmaani hayyootaleeni akasi agarte si durati gajejette si guddifti. Wonti woni kunini taatufi waan AABBO Waaqi hojatu ufi fohate Waaqi qulqullooni Israeli kakhu ufi guutufi.


Waan qulqulluma tiyyafi na sodaatanifi anini d'akha nama gufachiisu fakaad'a; anini worra Yudatifi ka Israelitiifi ka Yerusalemule t'urura iti fakaad'e qaba.


Waan maqaani Yeso fulla ch'ufa gaheefi, hayyu Herodeni waan kana d'agaye. Nami gari waan jed'e, Yohanani ka nama batisu la duisa keesaa kae jed'ani, tanaafi inni waan mama kana tolcha.


Kunini ogeesa mukhatiiniti, ilma Mariamu, oboleesa Yakobotiifi Yosafi Yudafi Simoniiniti? Oboleyaani isaa ta dubra arma nu woliini injirtu? jed'ani, isa didani.


Inni waan mama achiti intolchine, maro worri d'ugefacha inqamneefi.


Yesoni achii kae, lafa ufiti gale; jari isaleeni isa gula yae.


Yesoni waan worraani jed'e, Raagi fulla ch'ufati guddinna qaba, lafa ufitiifi fiit'a ufitiifi worra ufi keesati male.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite