Matayo 13:19 - KITAABA WAAQA19 Yo nami dubbi Finna d'agaye inhubatiini, hamaani kaani d'ufe, waan garaa isaa keesati fach'aasani kaani keesaa fuud'a. Kunini mid'aani d'aatu kara jige. Gade chapit la |
Mukhi sunini hayyu Misiritiifi nama isaa ch'ufa. Mukhi tokoleeni ka Edeni keesa jiru, ka akasi d'eerate mid'aagu, tokoleeni injiru. Ammo amma tana akuma mukeeni Edeni taani, mukhi suni boola ekhera d'aqe, worra Waaqa imbeenneefi ka woraanaani d'umeti darama. Nami waan kana jed'u ana, AABBO Waaqa gudda.