Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 13:16 - KITAABA WAAQA

16 Ammo ayaana keesani ka ilti teesani lafa gartu, gurri keesanileeni woi d'agayu.

Gade chapit la Kopi




Matayo 13:16
8 Referans Kwoze  

Yesoni waan jed'eeni, Ayyaani keti, Simoni, ilma Yona. Nafafi d'iigi waan kana siti imullimne, ammo Abba kiyya ka gubba jiruti siti mullise.


Yesoni waan jed'eeni, Atini na arginaani d'ugefatte? Ayyaana worra ka ato inargiini d'ugefatu jed'e.


Waaqi, Dukana keesa ifsaani ha ifsu jed'eti ifsa kana garaa keenna keesati ifse, aka ifsa hubacha guddinna Waaqa nuu kennu ka fuula Kristoti ifsu.


Atini ila worraa bante, dukana ira gara ifsa worra deebifta, ammalle jabeenna Sheet'ana iraa Waaqati worra deebifta; aka d'ugefacha worri na d'ugefateeni daba worraa araaramaniifi, gumi Waaqi fohate keesati fulla argatani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite