Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 13:10 - KITAABA WAAQA

10 Jari Yeso gara isaa d'ufe waan jed'eeni, Atini maafi mammaasaani worrati dubbatta?

Gade chapit la Kopi




Matayo 13:10
6 Referans Kwoze  

Ato inni koba jiru, jara isa gula yaufi jari kud'ani lamaani kaani waan mammaasa kana isa gaafate.


Inni mammaasaani waan heddu worrati hime waan jed'e, Namichi toko mid'aani fach'aasu d'aqe.


Yo gurra qabaattani d'agaya.


Yesoni waan worraani jed'e, waan Finna gubba ka d'ossani ya isani barsiisani, ammo worra imbarsiimne.


Jari Yeso isa gaafate waan jed'e, Mammaasi kunini maani?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite