Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 12:23 - KITAABA WAAQA

23 Biyyiti ch'ufti mamte waan jette, Kunini hegeri dandae Ilma Daudi taha?

Gade chapit la Kopi




Matayo 12:23
9 Referans Kwoze  

Yesoni achi deemnaani jari ballaani lama isa gula yae waan jed'eeni, Ilma Daudi, nuu nahi.


Koota, nama waan anini duri tolche ch'ufa nati hime ilaala. Kunini Kristo taha? jette gaafate.


Gumiini Yeso dura yaatufi ta duuba yaatu iyite waan jette, Ilmi Daudi ha guddifamu. Ka maqa Aabbootiini d'ufu ha eebifamu! Waaqa ha faarsani jed'ani!


Inni jinni keesaa baase jennaani namichi duudaani kaani dubbate. Biyyiti maadefatte waan jette, Waan akana kana taka Israeli keesati ingarre.


Niitiini gosa Kanaani toko iyaa d'ufte waan jetteeni, Ee Aabbo, Ilma Daudi, naa nahi, intala tiyya yayu jinniini aka hama qabatte.


Yesoni dubbi tana barsiimnaani, nami ch'ufti guddo waan barsiisa isaa mame.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite