Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 11:7 - KITAABA WAAQA

7 Worri kaani yaanaani, Yesoni waan Yohana biyyati dubbate waan jed'e, Lafa gamooji keesa maani daawachu d'at'ani? Ilaadu qilleensi tabsiisu wo taate?

Gade chapit la Kopi




Matayo 11:7
15 Referans Kwoze  

Yo kad'ate inni d'ugefachu male, diqole rinch'ich'u himmalle; wonti akanatiifi nami rinch'ich'u ch'ufti aka d'awa galaana ka bubbeeni d'ooftu jira.


Yohanani ifse bobeete ifsitu, isani haga bulti diqo ifsa isatiini gammadu feetani.


Iti deebine ijoolle d'awaani galaana d'od'ooftu intaanu yokhaani ta barsiisaani nama d'ara ch'ufti chochooftu intaanu, ka malteeni nama d'ibi kara ira gorsu.


Atini lola yau fakaatta, ka nami indandeenne, ammo atini worrati gudda intaatu, waan gulanta takarfatte sire abbeeti d'at'e waan fafa taateefi.


Tanaafi waan d'ageetani ch'ufa keesa ufi eegad'a. Wonti akanatiifi, nama wo qabu hagasi ira iti daraniifi, ammo ka woma inqamne diqo inni qabule iraa fuud'ani.


Batisooni Yohana eesaa d'ufte? Waaqa biraa d'ufte mo nama biraa d'ufte? Worri wolmorme waan jed'e, Maani jenna? Yo nu Waaqa biraa d'ufte jenne, inni waan nuuni jed'u, Maafi Yohana ind'ugefatiina re?


Nama Yerusalemu jiruufi ka Yudeatiifi ka arda Yordani ch'ufti gara Yohana yae.


Yesoni garagale, worra isa gula yau arginaani waan jed'eeni, Maani barbaaddani? Worri waan jed'eeni, Rabbi, worri kanke eesa? (Rabbi jechaani Barsiiftu jecha.)


Nama woya lalaaftu uyifatu daawachu d'at'ani? Worri woya lalaaftu uyifatu mana hayyoota keesa tataa.


Inni ilaadu melatte inch'absu, yokhaani ifse aartule ind'aamsu, haga d'uga dabsachiisuuti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite