Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 11:19 - KITAABA WAAQA

19 Ilmi Nama nyaate d'ugu d'ufe, ammo waan jed'ani, Kunini sabdifi nama farso d'ugu, jaala nama, damoosa guurufi nama daba. Tatule, qalbi Waaqa d'uga, waan isiini tolchituuni beekhani.

Gade chapit la Kopi




Matayo 11:19
19 Referans Kwoze  

Nami arge ch'ufti gungume waan jed'e, Inni yayu mana nama daba olseene.


Guyya Sabato toko Yesoni mana nama gudda toko ka Farisayo sagale nyaachu d'annaani, biyyiti teete isa daawate.


Nama ch'ufaafi worri damoosa guruleeni waan kana d'agaye; worri suni worra Seera Waaqa ka d'uga guute jennaani Yohanani batise.


Nami woi beekhu qarooma ch'alla gula deema, ammo daalleeni waan toko ch'alla ira inteetu, oluma gadi mara.


Ammo nami ch'ufti ha oboleesa ufi qarqaare gammachiisu, aka d'ugefacha keesati isa jabeesani.


Yesofi jara isale fuud'aa yaamani.


Amini! Faarufi guddinnaafi qaroomafi galatafi ulfinnafi jabeennaafi humniti ta Waaqa keennati, ammafi hegerile! Amini!


Wonti akanatiifi sabdiifi nami machaauleeni inhiyyoomata. Yo wontumaani atini hojattu waan suni ch'alla taate, d'iotu ch'arqi naqata.


Yo nama isani jaalatu ch'alla jaalattani, gati maani Waaqa ira argattani? Worri damoosa guuruleeni akasuma tolchaniti?


Ee AABBO Waaqa, nyaapa kiyya ka akasi na abaaru akasuma gaargalchi!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite