Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 11:10 - KITAABA WAAQA

10 Nami kunini ka waan isaa akana t'aafani, Kuno, anini ergattu tiyya si dura erga, aka kara si durati mid'aasu.

Gade chapit la Kopi




Matayo 11:10
10 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Anini ergattu tiyya erga, ta kara naa mid'aasitu. Duuba AABBO Waaqi ka isani barbaaddani tassa Mana isaa ka eebati d'ufa. Ergattuni isani guddo eeddani d'ufte, wold'aqisa kiyya odeesiti.


Qonqooni toko lalabde waan jettu, lafa aloo keesati daandi AABBO Waaqaa mid'aasa! Lafa gamooji keesa kara qajeela Waaqaa mid'aasa!


Ammo anini ato guyyaani AABBO Waaqaa, ka rifannoota qabu, ingeenne, raaga Eliya isaniti erga.


Isiini akuma raagi Isayani duri t'aafe jirti: Kuno, anini ergattu tiyya si dura erga, aka kara sii mid'aasitu.


Inni waan jed'e, Anini qonqo nama lafa alooti iyu, ta kara Aabbo qajeelcha jettu. Aka raagi Isayani duri jed'e.


Raagi Isayani waan Yohana dubbate waan jed'e, Qonqooni nama lafa aloo keesa iyu: Kara Aabbo kurfeesaa, daandi isaa qajeelchaa jetti.


waan jed'eeni, Nami ind'ufa jed'ani si mo ka d'ibi eenna?


D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Nami garaa nad'eeni keesaa bue tokoleeni ka Yohana nama batisu ira jiru injiru. Ammo nami Finna gubba ch'ufa keesa ira maand'a isa ira jira.


Gurba, atileeni raaga Waaqa Gudda jed'ani si yaamani; Aabbo dura deemte kara mid'aasitaafi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite