8 Nama d'ukuba qabu fayyisa, ka duele kaasa, ka qomaat'a qabule fayyisa, jinnile nama keesa baasa. Gati male isanii kennani isanileeni gati male namaa kenna.
Petroni waan jed'eeni, Shilingifi worqi sii kennu inqabu, ammo waan qabu sii kenna: maqa Yeso Kristo ka Nazaretitiini kai deemi.
Harka kanke d'eerefad'u, nama fayyisi, aka akheekha waan mama maqa Hojattu tante qulqullo Yesotiini tolchani.
nama fayya intahiini fayyisa, Finni Waaqa la isaniti d'iaate jed'aani.
Jennaani Yesoni jara isaa kud'ani lama wolti yaame jabeenna kenneefi, aka jinni nama keesaa baasani, fayyad'abafi d'ukuba ch'ufa fayyisani.
yo bofa harkaani qabani olfuud'ani, yokhaani had'ale d'ugani woma intahani; nama fayya inqamne harka ira kayani fayyisani.
Ammo siifi ilmaani tante ch'allati huji qaalluma ta waan sorio irati baasanifi Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullo hojata. Wonti kunini huji teesani, waan anini huji qaalluma isani ch'allaa kenneefi. Ammo nama d'ibi tokole, ka miha woyyumati d'iaatu, ha ijeesani.
AABBO Waaqi waan jed'u, Nami d'eebu qabu ch'ufti koota, bisaani kunooti! Isani worri beese inqamne koota, mid'aani bitad'a, nyaad'a! Koota, aananifi daad'i beese male fud'ad'a!
Yaa, Finni gubba ya d'iaate jed'a, namati odeesa.
Worqifi qarsi yokhaani beese d'ibi imfud'atiina;