Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 10:42 - KITAABA WAAQA

42 Hubad'a, nami, maro inni na gula deemuufi ijoolle didiqo tana toko bisaani guraachale obaase, galata ufi ind'abu.

Gade chapit la Kopi




Matayo 10:42
21 Referans Kwoze  

Waaqi ka d'ugaati. Inni huji isani maro isa jaalattaniifi tolchitani inded'u, hojja isani gumi Waaqa duri qarqaartani arrale qarqaartani.


Hayyuuni waan jed'u, Waan anini isaniti himu, waan oboleyaani tiyya didiqo tanaa tolchitani yayu nale tolchitani.


Eegad'a, aka ijoolle didiqo tana tokole intufanne. Anini isaniti hima, malaikaani isii gubbati hojja ch'ufa fuula Abba kiyya dura ejaanjiti. [


Yo isani guddo wo kennu feetani, Waaqi waan isani qabdani ka isani baaftani fud'ata, waan isani inqamne imbarbaadu.


Ammo nyaapa keesani jaalad'a, waan dansa tolchaafi; ergisaafi, ammo woma iraa ineegatiina. Duuba waan guddo argattani, ilmaani Waaqa Gubba Jiru taatani. Wonti akanatiifi inni worra galata imbeenneefi worra dabale inahafi.


akasuma qaroomileeni woi sii baha. Qarooma barbaadi, duuba wonti ch'ufti sii tolti.


AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Goraade, kai, tissitu tiyya, ta ree naa tissitu, had'i ijeesi; duuba reeni gargari bitinoofti. Anini gumi tiyya had'a,


Sila ira dansa yo daakha daakhu morma isaati hid'ani galaana keesa buusani, fulla inni worra didiqa kana gufachiisu.


Akasuma fed'i Abba keesani ka gubbati, aka ijoolle didiqo tana keesa tokoleeni imbanne.


Kooti, mana diqa toko mana keenna gubbati jaareefi sireefi mesafi barch'umafi ifse iti mid'aasinafi. Duuba hojja inni fulla teenna d'ufu ch'ufa ha achi keesa tauti.


Nami hiyyeesa wo kenne ya Waaqa wo kenne, AABBO Waaqileeni waan inni kenne suni inuma deebisaafi.


Beese tante bunaqa lafa ala keesa keeyad'i, aka takaa tana tirfi argattu.


Isiini bisaani fuuti deemnani faana lalabe waan jed'eeni qit'a diqa toko ka anini nyaad'uni naa kooti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite