Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Matayo 10:11 - KITAABA WAAQA

11 Ollafi dira ka seentanifu, nama dansa barbaada, haga yaataniti isa woliini taa.

Gade chapit la Kopi




Matayo 10:11
14 Referans Kwoze  

Anini nama imaltu deemu taka ka mana kiyya imbulchini alaati illakimne.


Mana olduuddani ch'ufa achuma tataa haga kaatani yaataniti.


Ammalle waan worraani jed'e, Hojja mana nama toko olduuddani, arti tataa, haga achi yaataniti.


Worra ufi ch'ufa woliini batiso argannaani waan nuuni jette yo isani aka anini Aabbo d'ugefad'e agartani, mana kiyya koota achi taa, jette nu sobate.


Nami arge ch'ufti gungume waan jed'e, Inni yayu mana nama daba olseene.


karerisafa, ubaara d'ibifa, kopefa, ulele imfud'atiina. Hojattuuni waan maleefi argachu malte.


Akuma namati olduudanini nagaya fuud'a eebisa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite