Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 9:43 - KITAABA WAAQA

43 Duuba akasiini nami ch'ufti waan humna Waaqa arge maadefate. Ammo ato nami ch'ufti waan inni tolche maadefatu, Yesoni waan jara isatiini jed'e,

Gade chapit la Kopi




Luqaas 9:43
14 Referans Kwoze  

Jari isaa ch'ufti Galilayati wolti d'umnaani Yesoni waan worraani jed'e, Ilma Nama harka nyaapati, kennani,


Wonti akanatiifi nu odu duri ta woma keesa injirre gula, aka Aabbo Yeso Kristoni jabeennaani d'ufu, isaniti inhimne. Iluma teennaani guddinna isaa agarre!


Jennaani inni waan worraani jed'e, D'ugefachaani teesani meeti? Worri sodaate, mame waan woliini jed'e, Kunini eennu, ka bubbeefi bisaaleeni sarmaniifi?


Nami ch'ufti maadefate Waaqa guddise guddo sodaate, waan jed'ani, Arra waan mama la argine.


Biyyiti ch'ufti maadefate waan woliini jette, Dubbini tuni maani? Inni humnafi jabeennaani jinni seera, duuba isiini nama keesaa baate.


Woni kunini nama hafe waan intaane fakaatti, ammo naa intaati.


Isaafi nami ch'ufti ka isa woliini jiruleeni guddo mamani, maro qurt'umi heddu qabaniifi.


Inni hobolo worra seennaani, bubbeeni ch'allifte. Worri aka taka inargiini maadefate.


Waan si sodaatanifi anini si faarsa; wonti atini taatu ch'ufti waan mama ka nami waan isii imbeenne; waan kana ch'ufa anini aka dansaa beekha.


Ato inni d'ufu, jinniini lafaani isa d'oofte hahargufte. Ammo Yesoni jinni hamtu suni d'owe, gurba fayyise abba isati deebise.


Hojuma suni lafa arge, Yeso gula deeme Waaqa guddise. Nami ch'ufti arginaani Waaqa faarse.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite