Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 9:24 - KITAABA WAAQA

24 Wonti akanatiifi nami jireenna ufi baasu fed'u ind'aba; ammo nami naa jed'e jireenna ufi balleesu inargata.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 9:24
8 Referans Kwoze  

Nami lubbu ufi baasu fed'u ind'aba; ammo ka lubbu ufii balleesu inargata.


Nami lubbu ufi jaalatu ind'aba; nami lubbu ufi jibbu, lafa tana keesati, jireenna hegeritiifi lubbu ufi olkeyata.


Gaargala d'ufu insodaatiini! Ch'aqasi, Sheet'ani isani gari mana hid'aansa keesa buuse isani ilaalata; haga bulti kud'ani d'ipatani gaargaltani. Haga dootuuti nama d'ugefatani tahi, duuba anini eebafi jireenna sii kenna.


Oboleyaani teenna d'iiga Ilme Hoolatiifi d'uga worri odeesuuni isa dabsatte; worri kurfo jira aka jireenna ufi baase duu.


Nad'eeni d'ugefachaani nama iraa due, ka duisa keesaa kaasani, argatte. Nami gari, Nu galakisa jechu dide, duuba gaargalchani ijeesani, aka jireenna ira dansati kaasani.


Nami lubbu ufi qorqorachu fed'u ind'aba; ammo nami lubbu ufi naa jed'e balleesu inargata.


guyya barbaadanifi guyya balleesani; guyya olkayanifi guyya gagatani;


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite