Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 9:23 - KITAABA WAAQA

23 Jennaani inni waan worra ch'ufaani jed'e, Yo nami na gula d'ufu fed'e ha ufi mormate hojja ch'ufa maskali ufi baate na gula deemu.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 9:23
11 Referans Kwoze  

Wonti akanatiifi yo fed'i nafa keesani gula deemtani indootani; ammo yo Lubbuuni nafa keesani ijeeftani injiraattani.


Yaada lafa, ka isani keesa jiru ka aka sharmut'oma fa t'urifa, d'araafa, fed'i hamtufi sabdooma, awaalu maltani. (Sabdoomi aka waan harkaani boch'ani kad'atani jira.)


Eebiti sunini waan nuuni jettu, waan hamtu ka Waaqi infeenefi d'araa nafa lakisa, ufi qorqorad'a, qajeela, lafa tana keesa jireenna Waaqi fed'u keesa taa.


Nama Kristo Yeso woliini jireenna Waaqi fed'u keesa tau ch'ufti ingaargalchani;


Tanaafi koota, gara isaa alati yaane, ch'eera isaa fud'anna.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite