Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 9:2 - KITAABA WAAQA

2 Jennaani worra erge aka Finna Waaqa odeesani fayyad'abale fayyisani.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 9:2
14 Referans Kwoze  

nama fayya intahiini fayyisa, Finni Waaqa la isaniti d'iaate jed'aani.


Daba iraa deebia, Finni gubba ya, d'iaate.


Gumiini waan kana d'ageennaani isa gula yaate. Inni worraani, Gadi hiiqa jed'e, waan Finna Waaqa worrati odeese, nama fayya d'abe fayyise.


Tanaafi worri kae yae, Daba iraa deebia jed'e nama barsiise.


Odu Dansa tana ta Finna lafa ch'ufa keesati odeesani, aka gosa ch'ufati d'ugeesani, eegi suni muummeeni d'ufti.


Yo nami dubbi Finna d'agaye inhubatiini, hamaani kaani d'ufe, waan garaa isaa keesati fach'aasani kaani keesaa fuud'a. Kunini mid'aani d'aatu kara jige.


Seera Musatiifi t'aafiini raagoota haga Yohana nama batisu ch'alla jabeenna qabdi; duuba achii asi Odu Dansa ta Finna Waaqa odeesani, nami ch'ufti finna suni irreeni seenu jira.


Awaara dira keesani ta faana teennati qabatte nu isaniti hat'aanna; ammo waan kana beekha, Finni Waaqa ya d'iaate.


Inni waan worraani jed'e, Lafa ch'ufa keesa yaa, Odu Dansa nama ch'ufati odeesa.


Eegi waan kana Aabbooni nama torbaatami lama d'ibi fohate, lama lamaani lafa inni d'aqu fed'u ch'ufa ufi dura erge.


Jara kud'ani lamaani kana Yesoni erge waan jed'eeni, Lafa gosa d'ibi yokhaani dira gosa Samaria inseeniina.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite