Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 9:17 - KITAABA WAAQA

17 Nami ch'ufti quufe, hamba wolti guurani dadu kud'ani lama guutani.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 9:17
13 Referans Kwoze  

Duuba namichi hojattuuni kaani sagale worraa kenne, worri nyaate quufe hambise, akuma AABBO Waaqi jed'e kaani.


Nami d'ugaa waan nyaate d'ugu ind'abu, ammo ch'ubbichi waan nyaate d'ugu inqabu.


Inni nama d'eebu qabu d'eebu baase, ka beela qabule beela baase quubse.


Wonti diqooni nami d'ugaa qabu, waan guddo nami ch'ubbu qabu ira jirti;


Yesoni qit'a shanaaniifi qurt'umi lamaani taani fuud'e, gubba olmillate eebise ch'ach'abse jara ufiti kenne, aka gumi gololchani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite