Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 8:6 - KITAABA WAAQA

6 Mid'aani gari lafa d'akha gubba jigani, baanaani gogogani waan jiid'a d'abaniifi.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 8:6
14 Referans Kwoze  

Mid'aani d'akha gubba jigani suni jara dubbi d'ageennaani gammadaani fud'ate, ammo hidda inqamne fakaatani. Bulti diqoti d'ugefatani, gaafa ilaalachaani d'ufte lakisani.


T'aafiini akana jetti: Yo qonqo Waaqa arra d'ageettani, aka duri mata jabaatani Waaqa diddani indidiina.


Fardi bule ira ingulufa? Galaana qotiyoni inqotani? Hiyo! Ammo isani ya d'uga garagalchitani had'aa tolchitani, ammalle qajeeluma balleesitani daba tolchitani.


Anini garaa haareesafi qalbi hareeti isanii kenna. Anini garaa keesani jajaba aka d'akha suni jijire, garaa laana ka Waaqaa saalfatu isanii kenna.


Ee AABBO Waaqa, ilti tante d'uga imbarbaadu? Atini worra d'oofte ammo worri ind'ukubsanne, atini worra ch'arasite ammo worri mata jabaate ch'ubbu iraa deebiu dide.


Anini garaa haareesafi qalbi hareeti worraa kenna. Anini garaa worraa jajaba aka d'akha suni jijire, garaa laafa ka Waaqaa saalfatu kennafi.


Nami toko mid'aani fach'aasu d'aqe. Ato inni fach'aasu mid'aani gari daandi keesa jigani, nami ira ejaanjate duuba simpirreeni d'ufte nyaatte hobaafte.


Mid'aani gari qorati keesa jigani, qoratiini woliini baate qanch'arsite.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite