55 Lubbuuni isiti deebite, isiini hojuma suni kaate. Yesoni, Sagale kennaafi worraani jed'e.
Namichi due kaani boolaa bahe, ka woya awaalatiini harkafi miili wolti hid'aansa qabu, ammalle fuula isaa bututuuni hid'ani. Yesoni waan worraani jed'e, Iraa hiikha, ha deemuti.
Ammo Yesoni nami tokoleeni waan kana ind'againi jed'e worrati seere.
Inni harka isii qabe qonqo olfud'ate waan jed'e, Intala, kai.
Abbaafi haati guddo mamte, ammo inni worrati seere aka waan kana namati inhimne.