Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 8:30 - KITAABA WAAQA

30 Yesoni isa gaafate waan jed'eeni, Maqaani kanke eennu? Inni waan jed'eeni, Maqaani kiyya Gumi, waan jinniini hedduuni isa seenteefi.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 8:30
7 Referans Kwoze  

Atini aka yo anini Aabbooni, Qarqaarsa na ergi jed'e, inni duula kud'ani lama ka malaika na ergu imbeetu?


nad'eeni garileeni ta jinniifi d'ukuba fayyite isa gula yaate Mariamu ta Magdalene jed'ani ta jinni torba keesaa baasani;


Yesoni ganama guyya qara ka torbaani duisa keesaa kae. Jennaani qara Mariamu Magdalene, ta inni jinni torba keesaa baase iti mullate.


Worri iye waan jed'e, Atini maani nuraa qabda, Ee Ilma Waaqa? Ato guyyaani ingahiini nu gaargalchu d'ufte?


Duuba Yesoni waan jed'eeni, Maqaani kanke eennu? Inni waan jed'e, Maqaani kiyya Gumi, nu heddu.


Tanaafi gurri isaa lafa Shamu ch'ufa gahe, nama d'ukuba qabuufi ka fayyad'abaani gaargale, ka jinni qabu, ka gagabdufa, ka naafatele isatiini d'ufani, inni worra ch'ufa fayyise.


Wonti inni akana jed'eefi waan Yesoni jinniini, Namicha keesaa bahi jed'eefi jinniini maro heddu isa qabde; ato harkafi miila haada sibiilatiini hid'anile inni haada sibiila ch'abse, jinniini alati isa arite.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite