Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 8:2 - KITAABA WAAQA

2 nad'eeni garileeni ta jinniifi d'ukuba fayyite isa gula yaate Mariamu ta Magdalene jed'ani ta jinni torba keesaa baasani;

Gade chapit la Kopi




Luqaas 8:2
11 Referans Kwoze  

Yesoni ganama guyya qara ka torbaani duisa keesaa kae. Jennaani qara Mariamu Magdalene, ta inni jinni torba keesaa baase iti mullate.


D'aatu maskali, haad'a Yesotiifi arera isatiifi Mariamu niiti Kleopatiifi Mariamu Magdaleneeti ejaanje.


Worri kunini ch'ufti nad'eenifi Mariamu haad'a Yesotiifi oboleyaani isaa woliini garaa tokooni Waaqa kad'ate.


Nad'eeni haga lafa Galilaya isa gula d'ufte d'at'e awaala agarte, aka reefa ch'iifsisanile ilaalte.


Jaalaani isaa ch'ufaafi nad'eeni Galilaya ta isa gula d'ufte fago ejaanjatte waan kana daawate.


Gumiini nami hedduuni isa gula yaate. Gumi suni keesa nad'eeni isaa boote lalefate jira.


Yesoni isa gaafate waan jed'eeni, Maqaani kanke eennu? Inni waan jed'eeni, Maqaani kiyya Gumi, waan jinniini hedduuni isa seenteefi.


Guyyaani Sabato dabarraani, Mariamu Magdalenefi Mariamu haad'a Yakobotiifi Salomeni waan urgooftu bitani, aka d'aqani nafa Yeso dibani.


Tanaafi gurri isaa lafa Shamu ch'ufa gahe, nama d'ukuba qabuufi ka fayyad'abaani gaargale, ka jinni qabu, ka gagabdufa, ka naafatele isatiini d'ufani, inni worra ch'ufa fayyise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite