Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 7:34 - KITAABA WAAQA

34 Ilmi Nama d'umnaani nyaate d'uge, duuba isaani waan jettani garaade kana ilaala ka farso d'ugu; inni jaala nama damoosa guuratifi ka nama daba jettani.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 7:34
13 Referans Kwoze  

Farisayoofi jari Seera beekhu gungumani waan jed'ani, Namichi kunini worra daba yaame sagale woliini nyaata.


Achiti sagale d'aabaniifi, Marthani isa gololchite; Lazaroni Yeso woliini tae sagale nyaate.


Nami arge ch'ufti gungume waan jed'e, Inni yayu mana nama daba olseene.


Guyya Sabato toko Yesoni mana nama gudda toko ka Farisayo sagale nyaachu d'annaani, biyyiti teete isa daawate.


Namichi Farisayo toko Yeso gololaa yaame, jennaani Yesoni mana isaa seene tae gololfate.


Jennaani Lawini sagale guddo isaa d'aabe mana ufi keesati, nama heddu ka damoosa guurufi nama d'ibile sagale woliini nyaatani.


Duuba Farisayooni waan kana arginaani waan jara isatiini jette, Qaallichi keesani maafi nama damoosa guurufi nama daba qabu woliini sagale nyaata?


Yesofi jara isale fuud'aa yaamani.


Ato Yesoni dubbatu namichi Farisayo toko sagaleti isa yaame; tanaafi inni mana olseene nyaataa tae.


Yo nama isani jaalatu ch'alla jaalattani, gati maani Waaqa ira argattani? Worri damoosa guuruleeni akasuma tolchaniti?


Ilmi Nama nyaate d'ugu d'ufe, ammo waan jed'ani, Kunini sabdifi nama farso d'ugu, jaala nama, damoosa guurufi nama daba. Tatule, qalbi Waaqa d'uga, waan isiini tolchituuni beekhani.


Yohanani nama batisu d'umnaani qit'a inyaanne, farsole ind'unne, ammo isani, Inni maraata jettaniini.


Aka qalbiini Waaqa d'uga, worra d'ugefateeti agarsiisa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite