Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 7:3 - KITAABA WAAQA

3 Shumini suni waan Yeso d'ageennaani jaarole Yahudi isati erge kad'ate aka inni d'ufe garbicha isaa fayyisu.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 7:3
7 Referans Kwoze  

Yesoni Kapernaumu seennaani, shumichi gosa Rumi toko gara isaa d'ufe, qarqaarsa kad'ate.


Tanaafi maro Onesimo, ilma kiyya, Kristo keesatiifi, anini wo sii kad'achu fed'a; hid'aansa keesati anini kara lubbutiini abba isaa tahe.


Aka Yesoni Yudeaa bahe Galilaya d'ufe d'ageennaani, inni gara isaa d'aqe aka inni d'ufe ilma isaa ka diquma induiini fayyisu kad'ate.


Nami toko gumi keesa iti lalabe waan jed'eeni, Aabbo si kad'ad'a kooti ilma kiyya takacha anini qabu ilaali.


Nama tokoti jira, ka Yairo jed'ani, inni gudda mana Waaqa iti kad'atani. Inni d'ufe miila Yesoti jige, Mana kiyya kooti jed'eeni.


Duuba garbichi shumi toko ka shumini suni guddo jaalatu fayyad'abe ka lubbuu tahe.


Yesoti d'umnaani guddo kad'atani waan jed'aniini, Nama kana d'uguma waan kana tolchuufi malte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite