Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 7:28 - KITAABA WAAQA

28 Waan anini isaniini jed'u, Nama d'alate tokoleeni ka Yohana ira jiru injiru; ammo nami Finna Waaqa keesati nama ch'ufa ira diqa isa ira jira.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 7:28
13 Referans Kwoze  

D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Nami garaa nad'eeni keesaa bue tokoleeni ka Yohana nama batisu ira jiru injiru. Ammo nami Finna gubba ch'ufa keesa ira maand'a isa ira jira.


waan worraani jed'e, Nami daima kana maqa kiyyaani jabeesu ya nale jabeese; nami naa jabeesu ch'ufti ka na erge jabeesa. Wonti akanatiifi nama isani keesa ch'ufa ira diqaati isani ch'ufa ira gudda.


inni waan worra ch'ufaani jed'e, D'uguma anini bisaaniini isani batisa, ammo nama nara gudda tokoti d'ufa ka seemsa kope isaa anini hiikhu himmalini. Inni Lubbu Qulqulloofi ibidaani isani batisa.


Bara suni Yohanani nama batisu lafa aloo ta Yudea d'ufe nama barsiise waan jed'e.


Yohanani sunuma ka t'aafi keesati Waaqi baane waan jed'e, Kunini ergattu tiyya; anini si durati isa erga aka inni d'aqe daandi tante si durati mid'aasu.


Nama ch'ufaafi worri damoosa guruleeni waan kana d'agaye; worri suni worra Seera Waaqa ka d'uga guute jennaani Yohanani batise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite