Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 7:26 - KITAABA WAAQA

26 Maal daawachu d'at'ani re? Raaga? Ee, ammo waan anini jed'u, Nama raaga ira jiru argitani.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 7:26
8 Referans Kwoze  

Ammo yo nu, Nama iraa d'ufte jenne, nami ch'ufti d'akhaani nu had'a; wonti akanatiifi Yohana raaga sehani.


Gurba, atileeni raaga Waaqa Gudda jed'ani si yaamani; Aabbo dura deemte kara mid'aasitaafi.


Yohanani ifse bobeete ifsitu, isani haga bulti diqo ifsa isatiini gammadu feetani.


Seera Musatiifi t'aafiini raagoota haga Yohana nama batisu ch'alla jabeenna qabdi; duuba achii asi Odu Dansa ta Finna Waaqa odeesani, nami ch'ufti finna suni irreeni seenu jira.


Yoosi maal daawachu d'at'ani? Nama woya dansa uyifatu? Hubad'a, nami shoobu, ka machi fed'u, mana hayyu keesa taa.


Yohanani sunuma ka t'aafi keesati Waaqi baane waan jed'e, Kunini ergattu tiyya; anini si durati isa erga aka inni d'aqe daandi tante si durati mid'aasu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite