24 Ergattuuni Yohana yaannaani Yesoni waan Yohana gumiti dubbate waan jed'e, Isani lafa alo maal daawachu d'at'ani? Ilaadu bubbe chochositu mo maal barbaaddani?
Iti deebine ijoolle d'awaani galaana d'od'ooftu intaanu yokhaani ta barsiisaani nama d'ara ch'ufti chochooftu intaanu, ka malteeni nama d'ibi kara ira gorsu.
gaafa Anasifi Kayafani qaalole gugurdo tahani, gaafasi dubbini Waaqa lafa alooti Yohana ilma Zekariati d'ufte.
Gurbaani guddate nafafi lubbuuni jabaate: lafa alo keesa tae, haga guyyaani inni Israeliti ufi mullisu gahuti.
Ammo isani, jaalaani tiyya, waan kana qaraa beetani. Ufi tissa duuba, aka wollaali nama Seera inguunne isani balleese teesuma teesani dansa ind'amne.
Worri kunini aka eela madda inqamne jira, aka dumansa bubbeeni fuutu jira; Waaqi ya dukana sipe keesati fulla worraa mid'aase.
Inni waan jed'e, Anini qonqo nama lafa alooti iyu, ta kara Aabbo qajeelcha jettu. Aka raagi Isayani duri jed'e.
Atini lola yau fakaatta, ka nami indandeenne, ammo atini worrati gudda intaatu, waan gulanta takarfatte sire abbeeti d'at'e waan fafa taateefi.
Ayyaana nama na imormanne.
Yoosi maal daawachu d'at'ani? Nama woya dansa uyifatu? Hubad'a, nami shoobu, ka machi fed'u, mana hayyu keesa taa.