Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 7:22 - KITAABA WAAQA

22 Inni waan ergattu Yohanatiini jed'e, D'aqa, waan argitaniifi waan d'ageetani Yohanati hima: ballaani lafa arga; naafi kae deema, nami qomaat'a qabu inqulqullaa, ka gurri duude ind'agaya; nama due inkaasani, Odu Dansa hiyyeeyiti odeesani.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 7:22
31 Referans Kwoze  

Lubbuuni Aabbo na gubba teeti. Inni ya na muude aka anini odu dansa hiyyeeyiti odeesu. Inni ya na erge aka worra hid'ani waan hiikhaansa himu, aka ballaleeni lafa argu, aka nama gaargalchani gaargala keesaa baasani,


Ch'aqasa oboleyaani tiyya! Waaqi hiyyeeyi lafa tana fohate, aka d'ugefachaani duroomte, finna inni worra isa jaalatu d'aamate argattu.


Ballafi naafi ch'ufti Mana Waaqa keesati isati d'ufe, inni worra fayyise.


Atini ila worraa bante, dukana ira gara ifsa worra deebifta, ammalle jabeenna Sheet'ana iraa Waaqati worra deebifta; aka d'ugefacha worri na d'ugefateeni daba worraa araaramaniifi, gumi Waaqi fohate keesati fulla argatani.


Hojuma suni Yesoni nama heddu fayyise ka d'ukuba garagara qabuufi ka jinniini gaargalchitele, nama balla heddule fayyise.


Anini achiti gumi balchiti, ta ufi inguddimne, ta qarqaarsa naraa fed'attu, lakisa.


Anini mirgaa worraani d'ufe muumme lafale worra guure galcha. Naafafi ballaleeni worra woliini d'ufe, nad'eeni garaacha qabdufi, ta diquma ind'alinileeni worra woliini d'ufti, worra gumi heddu muumme inqamneti gala.


Waaqi waan jed'u, gumi tiyya gayaama, worri ila qaba, ammo woma inargu, gurra qaba, ammo woma ind'agau!


Anini gumi tiyya balla kara worri imbeenne gulaani deema. Anini dukana worraa ifsa tolche, lafa gooro qabdu worraa dirirsa. Waan kana anini tolchu male intau.


ballaale ila bana. Inni nama jige kaase gumi ufi ta d'uga gula yaatu jaalata.


Anini ballaa ila tahe, naafa miila tahe.


Jinniini hamtuuni qonqo olfud'atte iyite nama heddu keesaa yaate; nami hedduuni ka kokotaefi ka naafate fayye.


Nathanielini waan jed'eeni, Wonti dansaani dandeete Nazareti keesaa imbaati? Filiponi waan jed'eeni, Kooti, ilaali.


ballaani lafa arga, naafi indeema, nami qomaat'a qabu inqulqulla, duudaani ind'agaya, reefale kaasani, Odu Dansa hiyyeeyiti odeesani.


Ayyaana nama na imormanne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite