Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 7:2 - KITAABA WAAQA

2 Duuba garbichi shumi toko ka shumini suni guddo jaalatu fayyad'abe ka lubbuu tahe.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 7:2
24 Referans Kwoze  

waan jed'e, Maqa AABBO Waaqa, Waaqa abba kiyya Abrahamu, ha faarsani, ka kakhu abba kiyya guute. AABBO Waaqi yayu worra fiit'a abba kiyyati na qajeelche.


Tissele, aka abbooti teesani gammachiiftani, hojja worri isani ilaalu ch'alla inch'aqasiina, ammo hojja ch'ufa ga ga garaa dansa ka Waaqa sodaatuni ch'aqasa.


Guddaani askarti waan tahe arginaani Waaqa faarse waan jed'e, D'uguma namichi kunini nama d'ugaati!


Wonti inni Yeso yaameefi intala takati inni qabu ta ganna kud'ani lamati diquma induini. Ato Yesoni deemu, gumiini gama ch'ufa iti baafate.


Gudda askartitiifi askartiini isa woliini jirjirtu lafa chochoteefi waan tahe ch'ufa arginaani, nahani waan jed'ani, Nami kunini d'uguma Ilma Waaqaati.


Yo atini nama si hojatu waan inni fed'u ch'ufa ijoollumani kenniteefi inni takaa tana si d'aala.


Yo anini ch'ubbu hojad'e, kiyyibaani deeme nama sobe —


Jaaritini Debora jed'ani, ta duri Rebeka guddifte, doonaani gadda d'aatu Betheli ejitu jalati awaalani. Tanaafi Alon-Bakuthi maqa baasani, akasi jechaani Gadda Boha jechu.


Ammo guddaani askarti maro Paulo baasu fed'eefi worra d'owe. Inni worra bisaani daakhu beekhuni qara hobolo keesaa jigaa lafa godduti baha jed'e,


Boriyya nu Sidoni d'umne. Yulioni Paulo qarqaare, aka inni gara jaalaani isaa deeme waan fed'u barbaadatu ee jed'e.


Aka nu lafa Taliana hobolooni deemu buufannaani worri Paulofi nama hid'aansa keesa jiru d'ibile harka namicha gudda askarti toko ka Yulio jed'aniti kenne, Yulioni gumi askarti Rumi ta askarti hayyu jed'ani keesa guddinna qaba.


Pauloni askarticha toko yaame waan jed'eeni, Kaima kana gara gudda askarti geesi. Inni woi iti himu fed'a jed'eeni.


Guddaani askarti akasi d'ageennaani d'aqe gudda ufiti hime waan jed'e, Atini maani tolchu feeta? Namichi kunini gosa Rumiti.


Malaikaani Kornelioni dubbatte taani deemnaani, inni hojattu ufi lama yaame, ammalle askarticha dansa toko ka guyya ch'ufa waan isaa ilaalule yaame.


Namicha toko jira, Kaisaria keesa, maqaani isaa Kornelio; gumi askarti d'ibba toko ta Taliana jed'ani guddaani isa.


Yesoni dubbi namaani jed'e tana buufannaani kae Kapernaumu d'aqe.


Shumini suni waan Yeso d'ageennaani jaarole Yahudi isati erge kad'ate aka inni d'ufe garbicha isaa fayyisu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite