Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 6:9 - KITAABA WAAQA

9 Yesoni waan worraani jed'e, Dubbi toko anini isani gaafad'a: Guyya Sabato waan dansa mo waan hamtu tolchani? Lubbu baasani mo inijeesani?

Gade chapit la Kopi




Luqaas 6:9
7 Referans Kwoze  

Yesoni jara Seera beekhufi Farisayooni waan jed'e, Guyya Sabato nama fayyisitiini fullaa mo fullaaniti?


Jennaani waan biyyaani jed'e, Guyya Sabato aki waan dansa tolchani fullaa mo fullaaniti? Lubbu baasani mo inijeesani? Ammo worri isa gula dubbachu dide ch'allise.


olla d'ibiti dabrani.


Ammo inni herega worraa beekhe, nama harki rifate kaaniini waan jed'e, Kooti, arma ejad'u. Namichi kae achiti ejate.


Worra mimillate waan nama kaaniini jed'e, Harka kanke diriirfad'u Namicha harka diriirfate jennaani fayye.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite