Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 6:42 - KITAABA WAAQA

42 Yokhaani akami dandeete oboleesa kanketiini, Aadda, eegi, huba ila tante keesaa fuud'a jetta, ka ufiiftu jirma ila tante keesa jiru inargine? D'articha, qara jirma ila tante keesaa fuud'i, yoosi aka dansa huba ila oboleesa kanketi keesa jiru argite keesaa fuuta.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 6:42
24 Referans Kwoze  

Nami waan kana inqamne balla, ila inqabu, aka daba isaa ka dabre iraa qulqulleesani imbeekhu.


Yo nami waan hamtu ch'ufa iraa ufi d'owe ufi qulqulleese, nama suni waan jabdu dandaani isani tolchani, waan inni aka huji dansa ch'ufa hojatu ufi baase abba ufiiti wo bahefi.


Waan kana ch'ufa Waaqati nu tolche, ka maro Kristotiifi wolti nu araarse, Beena, nama wolti araarsa nuuni jed'e.


Ilaali, jaala kiyya, atini wollaala namati murta? Wonti atini tolchituufi injirtu, abba feetu taanaanile. Yo wollaala namati murte, ammo waan worri tolchu tolchite, atini wollaala ufiti murta.


waan jed'eeni, Atini ka kiyyibafi ch'ubbuuni guutamte, ilma Sheet'ana, nyaapa d'uga ch'ufaa, karaa Aabbo ka d'uga balleesu illakiftu?


Atini waan kana keesa diqole qooda inqabdu, garaani kanke fuula Waaqa durati dansaniti.


Petroni waan jed'eeni, Daba iraa deebia, isaniini ch'ufti maqa Yeso Kristotiini batifama, aka daba keesani isanii araaramani; duuba qarqaarsa Waaqa ka Lubbu Qulqullo argattani.


Ammo anini yayu sii kad'ad'e aka d'ugefachaani tante inhanqanne. Ammalle atini eegi nati deebite, oboleyaani tante jabeesi.


Jennaani Aabbooni waan jed'eeni, Isani kiyyibdoole, isani ch'ufti guyya Sabato loonifi harre teesani bobbaaftani oba ind'ooftani?


Petroni, waan Yesoni isaani jed'e, qaabate, Ato kormi lukuu iniyiini atini maro sadi na mormatta. Duuba inni alati bahe guddo bohe.


Nami qara kora keesati nama himatu, waan d'ugaa qabu fakaata haga nami inni himatu kaani kae woi gaafatuti.


Atini maafi filida ila oboleesa keti keesa jiru argita ammo jirma ila tante keesa jiru inargine?


Yokhaani akami dandeete oboleesa keetiini, Filida ila keesaa si fuud'a jetta, ka ila tante keesa jirmi jiru?


Atini maalifi huba ila oboleesa kanke keesa jiru ilaalta, ka ufiiftu jirma ila tante keesa jiru inargine?


Mukhi dansaani mid'aani hamo imbaasu, yokhaani mukhi hamaani mid'aani dansa imbaasu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite