Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 6:41 - KITAABA WAAQA

41 Atini maalifi huba ila oboleesa kanke keesa jiru ilaalta, ka ufiiftu jirma ila tante keesa jiru inargine?

Gade chapit la Kopi




Luqaas 6:41
18 Referans Kwoze  

Ato worri isa wo gaafatu, inni oljed'e waan worraani jed'e, Nami daba inqamne isani keesa ha qara d'akhaani isi d'au.


Inni maro toko ufi ilaale, achii deeme, jennaani aka jiru ufi ded'a.


Ilaali, jaala kiyya, atini wollaala namati murta? Wonti atini tolchituufi injirtu, abba feetu taanaanile. Yo wollaala namati murte, ammo waan worri tolchu tolchite, atini wollaala ufiti murta.


Eenuti garaa namaa hubata? Wonti aka garaa namaa nama soba injirtu, waan nami dandae fayyisuniti.


Inni hameenna tolchu jiru arge iraa deebia, tanaafi inni induu, lubbu bula.


Maro inni kiyyiba ufiitiifi ufi olfuud'uufi, inni waan Waaqi ch'ubbu isa arge wollaala iti muru insehu.


Waan Yoabuni jecha hayyu suni inquufiniifi, inni worra gosa Lawitifi ka Benjamini inhenne, lakise.


AABBO Waaqi Yoabu ingaargalcha, waan inni, ka abbaani kiyya Daudini quba inqamne, worra suni fit'eefi. Inni nama lama ka woma iyyakini, ka isa ira jiru, ijeese: Abineri gudda askarti Israelitiifi Amasa gudda askarti Yuda.


Waan nama inqorina, aka namileeni waan keesani inqorre;


Nami barsiisani nama isa barsiisu ira injiru. Ammo nami ch'ufti gaafa wo barate qit'e nama isa barsiise taha.


Yokhaani akami dandeete oboleesa kanketiini, Aadda, eegi, huba ila tante keesaa fuud'a jetta, ka ufiiftu jirma ila tante keesa jiru inargine? D'articha, qara jirma ila tante keesaa fuud'i, yoosi aka dansa huba ila oboleesa kanketi keesa jiru argite keesaa fuuta.


Worri qurt'umi didiqo toko qaba. Yesoni eebimnaani, jara isatiini, Tanale biyyaa kenna jed'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite