Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 6:17 - KITAABA WAAQA

17 Jennaani inni worra woliini gabue ballinna lafa keesa jara ufi heddu woliini eje. Ammalle gumi guddo ta Yerusalemutiifi ta lafa afaani galaana Tirotiifi Sidoniti d'ufte, aka dubbi isaa d'ageete d'ukuba fayyituti isa woliini jira.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 6:17
14 Referans Kwoze  

Gaargala keti, Korazini! Gaargala keti, Bethsaida! Ato sila waan mama ta isani keesati tolchani Tirofi Sidoni keesati duri tolchani, worri arra kale ch'arqi naqate, daara dibate, daba ufi inhimatiini!


Gaafasuma Yesoni gaara toko kore aka Waaqa kad'atu, halkani toko ch'ufa Waaqa kad'acha bule.


Ammo gurri isaa haga qarale ira lafa ch'ufa gahe; gumiini guddooni aka isa ch'aqaftufi aka d'ukuba fayyitu d'ufte.


Yesoni achi kae lafa Tirotiifi Sidoni d'aqe.


Inni alati baanaani nama heddu arge, naheefi nama fayyad'abe fayyise.


Yesoni waan kana d'ageennaani achi kae deeme, duuba nami hedduuni isa gula yae. Inni nama ch'ufa fayyise,


Inni ch'ubbu tiyya ch'ufa naa araarame, d'ukuba kiyya ch'ufa na fayyisa.


Yesoni gumi arginaani gaara kore gubba tae. Jennaani jari isaa gara isaa d'ufe,


Yuda ilma Yakobotifi Yuda Iskariote ka Yeso gurgure.


Nami jinniini gaargalchiteleeni imfaye.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite