Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 5:11 - KITAABA WAAQA

11 Hobolo ufi afaani galaanati hirkisani artumati lakisani kaani Yeso gula yaani.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 5:11
11 Referans Kwoze  

Hojuma suni t'urura lakisani isa gula yaani.


Inni waan ch'ufa lakise kae isa gula deeme.


Petroni waan jed'e, Ilaali, nu ya waan ch'ufa lakimne si gula yaane, maani arganna?


Yesoni isa millannaani, isa jaalate waan jed'eeni, Waan toko fitate, beeni, waan qabdu ch'ufa gurguri, hiyyeeyi qoodi, hori gubba argatta, duuba na gula kooti jed'eeni.


Nami abbaafi haad'a ufi nara jaalatu naa himmalle; ammalle nami ilmaani ufi nara jaalatu naa himmalle.


jennaani worri hojuma suni hoboloofi abba ufi lakise isa gula yae.


Ammalle nami maneenifi oboleesafi oboleetifi, abbaafi haad'afi, ilmaaniifi oobru, maro tiyyaafi lakise, maro d'ibba toko deebisaniifi, jireenna hegerile argata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite