Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 4:36 - KITAABA WAAQA

36 Biyyiti ch'ufti maadefate waan woliini jette, Dubbini tuni maani? Inni humnafi jabeennaani jinni seera, duuba isiini nama keesaa baate.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 4:36
10 Referans Kwoze  

waan inni barsiise suni guddo mamani, wonti akanatiifi dubbini isaa jabeenna qabdi.


ka gubbati oldeebie harka Waaqa ka mirga tae, malaikafi jabeennaafi humna gubba jiru ch'ufa fidu.


Nami waan kana d'agaye ch'ufti guddo mame waan jed'e, Inni waan ch'ufa yayu aka dansa tolche! Nama gurri duudele ind'ageesiisa, ka afaani duudanile indubbachiisa jed'ani.


Biyyiti ch'ufti guddo maadefatte waan woliini jette, Taka agartani d'ageetani? Barsiisaani hareetiini tuni maal? Nami kunini guddo jabeenna qaba. Yo inni dubbatu jinnileeni insarmitifi.


Inni jinni keesaa baase jennaani namichi duudaani kaani dubbate. Biyyiti maadefatte waan jette, Waan akana kana taka Israeli keesati ingarre.


Nami ch'ufti ka waan tissituuni himte d'agaye guddo mame.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite