Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 4:27 - KITAABA WAAQA

27 Ammalle bara raaga Elisha nama hedduti jira ka qomaat'a qabu lafa Israeli keesa; ammo tokoleeni infayimne Naamani namicha lafa Shamu male.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 4:27
10 Referans Kwoze  

Haga anini worra woliini jiru, maqa kanke ka atini naa kennite suniini, anini yayu worra qorqorad'e. Ani layu worra tisse, tokoleeni imbanne, ilma badi suni male, aka t'aafiini guutamtu.


Inni Mana Waaqa olseene, qit'a Waaqaa baasani fud'ate, nyaate wahela isaleeni gahe — qit'a nami tokoleeni, qaalole male, nyaachu himmalini.


Inni nama lafa keesa jiru ch'ufa womatu indaru, malaikaani gubbatiifi nami lafaleeni ch'ufti finna isaa jalati bula. Nami woi isani morme, Atini maani taata? jed'e gaafatu injiru.


Eenuti, Akana tahi isani jed'a? Yokhaani eenuti ya woyakite jed'aani?


Atini maanifi teete Waaqaani, Dubbi nama ind'ageetu jetta?


Nami dandae Waaqa, ka hayyootale qoru, imbarsiisa?


Yesoni harka diriirfate, isa tuqe waan jed'eeni, Imfed'a, fayyi. Inni maro tokotu d'ukuba suni fayye.


Nami ch'ufti ka mana Waaqa keesa jiru dubbi suni d'ageennaani guddo dalane.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite