Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 4:24 - KITAABA WAAQA

24 Ammalle inni waan jed'eeni, D'uguma waan anini isaniini jed'u, Raagi lafa ufi keesati d'ugefatani injiru.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 4:24
6 Referans Kwoze  

Duuba isa quufu didani jennaani Yesoni waan worraani jed'e, Fulla ch'ufati raaga guddisani, ollafi worra isaa keesa male.


Wonti akanatiifi Yesoni qara waan jed'e, Raagi lafa ufi keesati ulfinna inqabu.


Anini Yahudi, dira Tarso keesati d'alad'e, ka Kilikia keesa jiru, ammo anini dira kana keesa Gamalieli jalati guddad'e. Aada Seera ababoota teenna ch'ufa akuma d'ugaa na barsiisani kara Waaqaa owise iti jabaad'e, akuma isani guyya kana tolchuuti jirtani kana.


Worra suni male, nami hedduuni, maro dubbi isaatiifi isa d'ugefate,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite