Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 4:22 - KITAABA WAAQA

22 Nami ch'ufti ka isa ch'aqase mame, maro dubbi dansa ta afaani isaa keesaa baateefi maadefate, waan jed'ani, Kunini ilma Yusufutiniti?

Gade chapit la Kopi




Luqaas 4:22
20 Referans Kwoze  

Worri waan jed'e, Namichi kunini Yeso, ilma Yusufu, ka nu abbaafi haad'a isaa beennuuniti? Inni akami ammatana, Anini gubbaa gadi d'ufe ufiini jed'a?


Atini nama ch'ufa ira mid'aada; dubbini teetileeni qajeeltu. Haguma duriti Waaqi ya si eebise.


Qarooni beekha ufitini gurra baafata, dubbuma isaa miooftuni nama ufi gula deebisa.


Dubbi dansa ta nami dandae intufanne dubbad'u aka nyaapi kanke waan nuuni jed'u, d'abe ch'eeru.


Ammo Lubbuuni Waaqa jabeenna isaa kennite, Stefanoni morku dad'abani.


Askartiini taani waan jetteeni, Nami tokoleeni ka aka isaa dubbatu injiru. Farisayooni waan jetteeni,


anati afaanifi qalbi isanii kenna, ta nyaapi keesani tokoleeni dandae morkeeni intufanne.


AABBO Waaqi guddaani yayu araba na qajeelche, aka anini nama dad'abi qabu dubbi t'iyaani jabeesu. Diirama ch'ufa inni na kaase, aka anini waan inni na barsiisu fed'u ch'aqasu.


Afaani isaaleeni quntulao. Wonti isaa ch'ufti woliigalte jaalalaani namaraachitti. Nad'eeni Yerusalemu, bad'aasoni kiyya akana jira.


Dubbini akuma isi malte gula dubbatani akuma waan worqi iraa mid'aasani, qarsiini barreesani ch'okhani jirti.


Nami d'ugaa dubbi fakaatu dubbata, ammo ch'ubbichi guyya ch'ufa waan infakaanne dubbata.


Farda kanke ka guddinna yaabad'i, nyaapa kanke dabsad'i, d'ugaafi qajeeluma kalchi! Harki kanke mirgichi nyaapa ch'ufa si dabsachiisa!


Nami isa d'agaye ch'ufti beekhumafi jecha isaa guddo maadefate.


Jechi nama qaro gurra dansaani d'ufa, ammo daalleeni dubbuma ufitiini ufi ijeesa.


Isa arginaani guddo mamani, duuba haati waan jetteeni, Gurba, atini maafi akana nuu tolchite? Anaafi abbetileeni guddo naane si barbaanne.


Inni dubbi fuud'e waan jed'e, Dubbini tuni ya arra ila teesani durati guutamte.


Filiponi Nathanieli arge waan jed'eeni, Nu namicha Musani waan isaa kitaaba Seera keesati t'aafe, ka ammalle raagootileeni kitaaba ufi keesati t'aafte ya agarre. Yeso ilma Yusufu nama Nazareti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite