Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 4:16 - KITAABA WAAQA

16 Jennaani inni Nazareti fulla inni iti guddate d'ufe, guyya Sabato Mana Waaqa iti kad'atani d'aqe akuma aada isaa, olejate dubbi Waaqaa soome.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 4:16
14 Referans Kwoze  

Pauloni akuma aada ufi jiddu worraa seene, guyya Sabato sadii waan dubbi Waaqa worra woliini hasae.


deeme dira Nazareti jed'aniti qubate, aka wonti duri raagooti jette guutamtu, ta isaani nama Nazarayo jed'ani jettu.


Jennaani inni worra woliini deebie, Nazaretiti gale, worra saalfate. Haati isaa dubbi suni ch'ufa garaa keesa keyatte.


Ganni isaa kud'ani lama geennaani akuma aada worra gula jila d'aqani.


Yesoni waan jed'eeni, Anini diideese nama ch'ufaati dubbad'e, anini guyya ch'ufa maneeni Waaqa iti kad'ataniifi Mana Waaqa gudda keesaleti fulla Yahudiini iti wolwoldeetuti barsiise, d'ossaani woma indubbanne.


Inni dubbi fuud'e waan jed'e, Dubbini tuni ya arra ila teesani durati guutamte.


Seera Aabbo gula aada ch'ufa guutannaani kaani Galilayati dachaani, haga dira worra ka Nazareti jed'ani.


Inni achiti maneeni Waaqa iti kad'atani keesati nama barsiise; nami ch'ufti isa guddise.


Kitaaba raaga Isaya iti kennani, saannaani fulla dubbi tana iti t'aafani arge:


Inni waan worraani jed'e, Isani sila mammaasa kana naani jettani, Ch'ireesa, qara ufi fayyisi. Ammalle, waan atini dira Kapernaumuti tolchite ta nu d'ageenne, armaleti tolchi, lafa tante keesati.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite