Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 3:4 - KITAABA WAAQA

4 Akuma kitaaba raaga Isaya keesati t'aafani: Qonqooni nama lafa alooti iyu waan jettu: Kara Aabbo mid'aasa, daandi isaa qajeelcha!

Gade chapit la Kopi




Luqaas 3:4
12 Referans Kwoze  

Inni waan jed'e, Anini qonqo nama lafa alooti iyu, ta kara Aabbo qajeelcha jettu. Aka raagi Isayani duri jed'e.


Inni waan d'uga himu d'ufe, aka ifsa suni d'ugeese nami ch'ufti dubbi isaa gula d'ugefatu.


Raagi Isayani waan Yohana dubbate waan jed'e, Qonqooni nama lafa aloo keesa iyu: Kara Aabbo kurfeesaa, daandi isaa qajeelchaa jetti.


Inni abbaafi ilmaani wolti mid'aasa, aka anini d'ufe lafa suni abaarsaani imballeesine.


Worra Yerusalemu, dira keesaa baha, worra keesani ka galu kara mid'aasa! Kara balla ch'ira, d'akha keesaa guura! Baandera oliqaba, gosa ch'ufa garsiisa.


Qonqooni nama lafa alooti iyu waan jettu: Kara Aabbo kurfeesa, daandi isaa qajeelcha!


AABBO Waaqi waan jed'u, Gumiini tiyya ha naa galtu. Gufu ch'ufa duraa gorsa, kara ch'ira, kurfeesa!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite