Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 3:21 - KITAABA WAAQA

21 Duuba eegi nami ch'ufti batifame Yesoleeni batiso argate. Ato inni kad'atu, gubbaani banamte,

Gade chapit la Kopi




Luqaas 3:21
11 Referans Kwoze  

Ammo inni guyya gari fulla nami injirre d'aqe Waaqa kad'ate.


Eegi biyya galche, koba ufi gaara kore aka Waaqa kad'atu. Lafti galgaloomnaanile kobuma ufi tae;


Jennaani ato Yesoni kobati Waaqa kad'atu, jari isaa gara isaa d'ufe. Inni, Biyyiti eennu naani jetti? jed'e gaafate.


Guyya shaneeso, jia afreeso, ka ganna soddomeeso, anini, qaalluuni Ezekielini, ilmi Buzi, worra Yahudi ka boojiani woliini, d'aatu galaana Kebari lafa Babiloni jira. Duuba gubani banamte jennaani daayya keesa Waaqa arge.


Jennaani waan jed'eeni, D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Armaa achi gubba banamte, malaika Waaqa ta oli gadi yaate Ilma Nama ira buutu agartani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite