Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 3:14 - KITAABA WAAQA

14 Askartileeni waan jette, Nu ammo maal tolchu malle? Inni waan jed'eeni, Nama tokole irreeni yokhaani kara d'aratiini hori ira imfud'atiina; ammo hori isani kennanii sifefad'a.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 3:14
15 Referans Kwoze  

Nama tokole yakite waan d'araatiini inhimatini.


Isani ya na deetani injed'u; wonti akanatiifi anini aka waan qabu quufu ya barad'e,


Woma inhatina, yokhaani namale insobina, d'arale wolti indubbatiina.


Waan d'ara indubbatiina, nama d'ara dubbatule d'uga intahiinaafi.


Zakayooni olejate waan Aabbooni jed'e, Ilaali, Aabbo, anini hori kiyya gama toko hiyyeeyii qooda; yo anini nama tokole hori dabaani ira fud'ad'e, maro afuri deebisaafi.


Jennaani anini qonqo guddo ta akana jettu d'agaye: Amma baafami Waaqaa yayu d'ufe! Waaqi ya irre ufi aka hayyu garsiise! Kristoni isaa ya jabeenna ufi garsiise! Wonti akanatiifi nama oboleyaani teenna himatu, ka halkani guyya Waaqa dura eje worraa himatu, la gubbaa gadi gatani.


Akasuma jaarole nad'eenileeni, Aka nad'eeni jireenna qulqullo qabdu taha jed'iini. Nama hamattani yokhaani tisse farsole intahiina jed'iini. Waan dansa barsiisu malte


aka ijoolle Waaqa dadansa, ta wollaalafi ch'ubbu inqamne, ammo ta d'aloota hamafi ka daba keesa teteetu. Aka urjiini gubba ifsitu jiddu worrati ifsa,


Malaikaani Kornelioni dubbatte taani deemnaani, inni hojattu ufi lama yaame, ammalle askarticha dansa toko ka guyya ch'ufa waan isaa ilaalule yaame.


Yesoni Kapernaumu seennaani, shumichi gosa Rumi toko gara isaa d'ufe, qarqaarsa kad'ate.


Duuba gumiini waan isaani jette, Nu maani taana re?


Inni waan worraani jed'e, Haga damoosa guura jed'ani indabarsiina.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite