Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 24:40 - KITAABA WAAQA

40 Akasi jennaani harkafi miila agarsiise.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 24:40
4 Referans Kwoze  

Harkafi miila kiyya ilaala, aka nami naa. Naa qabad'a ilaala, imbeetani ekheraani aka kiyya kana nafafi lafele inqabdu.


Duuba mamani gammadani akanaani d'ugefachu dad'abani, tanaafi inni waan jed'eeni, waan nyaatani arma qabdu.


Akasi jennaani, inni harkafi t'iit'a ufi agarsiise. Jari isaa Aabbo arginaani guddo gammade.


Jennaani inni waan Tomasoni jed'e, Quba kanke achi asi gaqabad'u, harka kiyya ilaali; ammalle harka kanke asi gadi d'eerefad'u, t'iit'a tiyya keesa kayi. Ind'areefatiini, ammo d'ugefad'u!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite