Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 24:39 - KITAABA WAAQA

39 Harkafi miila kiyya ilaala, aka nami naa. Naa qabad'a ilaala, imbeetani ekheraani aka kiyya kana nafafi lafele inqabdu.

Gade chapit la Kopi




Luqaas 24:39
12 Referans Kwoze  

Jennaani inni waan Tomasoni jed'e, Quba kanke achi asi gaqabad'u, harka kiyya ilaali; ammalle harka kanke asi gadi d'eerefad'u, t'iit'a tiyya keesa kayi. Ind'areefatiini, ammo d'ugefad'u!


Nu waan Dubbi jireenna ta haguma duriiti jirtu t'aamna: nu ya gurra keennaani d'ageenne, ila teennaani agarre dawanne, harka keennaani tunne.


Akasi jennaani, inni harkafi t'iit'a ufi agarsiise. Jari isaa Aabbo arginaani guddo gammade.


Nafi isaa biyyeeti deebie, hafuuri isaa ka jireennale gara Waaqa ka qara isaa kenneti deebia.


Waaqi nagaya nuu kennu, ka is isaa isani tolfatiinna, lubbufi onneefi nafa keesani wollaala ira d'owiina, gaafa Aabbo Yeso Kristoni d'ufu.


Ammo Musafi Harunini lafati gajejed'ani waan jed'ani, Ee Waaqa, ka lubbu nama ch'ufa harkaa qabdu, hojja nami toko ch'ubbu tolche atini gumi ch'ufati dallanta?


Abbootiini teenna ta lafa nu qajeelchiti, duuba worraa saalfanna. Abba keenna ka lubbu hagasi ira saalfanneefi jireenna argachu himmalle?


Duuba jari kaani waan jed'eeni, Nu la Aabbo argine. Ammo inni waan worraani jed'e, Yo anini harka isaa keesa gadaanisa musumaraa arge, quba kiyya fulla musumaraani woraane ke kaye, harka kiyyale t'iit'a isaa keesa kaye male, diqo haganale ind'ugefad'u jed'e.


Inni eegi due guyya afurtama maro heddu ergattu ufiiti mullate aka aka jiru worra ufi agarsiisu, aka nami dandae ind'aarefanne, worri isa arge inni waan Finna Waaqa worrati hasae.


Yesoni qonqo guddooni lalabe waan jed'e, Aabbo, lubbu tiyya harka kanketi lakisa! Akasi jed'e ch'iche.


Ammo inni waan worraani jed'e, Maafi naatani? Maafi garaa keesani keesati birefattani?


Akasi jennaani harkafi miila agarsiise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite