Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Luqaas 24:38 - KITAABA WAAQA

38 Ammo inni waan worraani jed'e, Maafi naatani? Maafi garaa keesani keesati birefattani?

Gade chapit la Kopi




Luqaas 24:38
7 Referans Kwoze  

Ee Yerusalemu, t'uri ch'ubbu garaa kanke keesaa d'iqi, aka baafamtu. Yomi herega daba kana heregu lakifta?


Waan tokole dandaani Waaqa ind'ossani. Wonti lafa keesa jira ch'ufti ila isaa dura jirti; isa durati waan keenna ch'ufa himachu malle.


Yesoni waan kana beennaani waan jed'eeni, D'ugefachaani teesani waan diqo. Maafi hasooftani, Nu qit'a inqamnu jettani?


Dubbi suni d'agaye jennaani Danielini ka maqaani d'ibiini Belteshaza, aka male rifate waan jed'u wollaale. Hayyichi waan jed'eeni, Belteshaza, oobjufi wonti isiini d'ooftu si irifachisini. Belteshazani waan jed'eeni, Ee hayyicha, oobjuuni sunifi wonti isiini d'ooftu ha ta nyaapa keeti taatuti.


oobju na mudamsiiftu oobjad'e, hiriba keesa daayya naa naasiftu arge.


Guddo sodaatani nahani, waan ekhera argani sehani.


Harkafi miila kiyya ilaala, aka nami naa. Naa qabad'a ilaala, imbeetani ekheraani aka kiyya kana nafafi lafele inqabdu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite